jeudi 30 juin 2016

[Gisti-info] Fiches du Gisti en oromo : Gaffi domondaa aziilii fransa kessatii

Après l'anglais, l'arabe, le dari, l'ourdou, voici les fiches du gisti "Demander l'asile en France" traduites en oromo :

www.gisti.org/asile-en-france

Gaffi domondaa aziilii fransa kessatii

[ Dernier ajout : 30 juin 2016 ]

Adeemsii gaffii maxanttuummaa bar 2015 tiinjiijiramee jiiraa. Ibsamaan siyasaa salphisnee jiiraa jedhaniis walxiixaa ta'uu isaa yeroo tokkoo tokkoos galuuf dadhabuu isaa ilaalamee jiiraa.

Fiish aziilii kan jedhamuu tajaajiilaa interneetii ariitii dhan barbachiisaa dha. Sababaa jenee kan yadnee godantootaa heduu dhibantaan lakawaman sadarkaa meenshaalee ta'uus sadarkaa bulchiinsaa seeraas haalaa sodachiisaa ta'uu irraa jiirachuu kesan kan ittii ilaalamu ta'uu isaadha. Godantoonii tokkoo tokkoo baka dhokataa giduugaleesaa tiin godhamanis achiitii ta'anii gargaarsaas ta'uu hordoffaa hin kenamuuf. Ida'uu dhan godantootaa hundaaf bakii irraa fudhatamaan wan hin jiireef bayeen isaanii wan idoo jiireenya hin kenamnen akka barandaa bulan ta'anii jiiran.

Saayiitiin kenya kan qopa'ee « Fiishii » gaffii maxanttuummaa dhiyesuuf mirgaa isaa kabajiichsuu fi akka harkaa bulchiinsaa farnsaayii hin senin odeefannoo barbachiisaa kennuuf kan qopa'anii dha.

Beeksisaa :
  • odeefannoo qamaa bulchiinsaaf kenaman hundaa koopii isaa isiin birraa akka ta'uu isiiniin beeksisnaa.Gardez toujours une copie des documents remis à l'administration.
  • odeefannoo orjjiinaalii akka hin fidnee.

Namootaa gaffii maxanttuummaa dhiyesan wa'ee mirgaa isanii odeefannoo akka argatan ATMF, Dom'asile (domazillii), Gisti (zistii), la Cimade (Laa siimaadii) fi Waldan abukaatoo yookan Elena kan jedhamuu biroo walda gargaarsaa dhabanii jiiranii tajaajiilaa.


Sommaire



0 Comments: